HaayidroosfiiraaFrom Wikipedia, the free encyclopedia Haayidroosfiiriin ykn Lafbishee Hayidiroosfeeriin qaamolee bishaanii fuula lafaafi dhihoo hunda kan hammatuudha. Isaanis; Garbawwan, Galaanota, Haroowwaniifi Laggeeni. Lafti gama Galaana Paasifikiitiin qabamte
Haayidroosfiiriin ykn Lafbishee Hayidiroosfeeriin qaamolee bishaanii fuula lafaafi dhihoo hunda kan hammatuudha. Isaanis; Garbawwan, Galaanota, Haroowwaniifi Laggeeni. Lafti gama Galaana Paasifikiitiin qabamte