Bakkallee AkdacheeFrom Wikipedia, the free encyclopedia Pilaaneetonni dhagaa pilaaneetota adda durummaan dhagaa siliikeetii ykn sibiilaa irraa ijaaramaniidha. Isaan kun lafjoota sirna aduu keessaaa aduutti dhihoo ta'aniidha . Lafjoo qabiyyee dhagaa qaban Saaturnii(lafqubbellaa), Veenus(Bakkalcha), Lafa, Maarsii fi Seereesii dha.
Pilaaneetonni dhagaa pilaaneetota adda durummaan dhagaa siliikeetii ykn sibiilaa irraa ijaaramaniidha. Isaan kun lafjoota sirna aduu keessaaa aduutti dhihoo ta'aniidha . Lafjoo qabiyyee dhagaa qaban Saaturnii(lafqubbellaa), Veenus(Bakkalcha), Lafa, Maarsii fi Seereesii dha.