Haadha Waaqoo (allattiiwwan)From Wikipedia, the free encyclopedia Haadha Waaqoo (Pelican) Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis saddeettu jira. Sanyiiwwan kunniin cufti naannawa qilleensa owwaa, qarqara lagaa fi haroowwan cinatti argamu. Peelikaanonni Zoo Biyyaalessaa, Baanglaadeesh keessatti argaman Peelikaan Awustiraaliyaa bal’ina kiisha qoonqoo isaa agarsiisu (Lakes Entrance, Victoria). Peelikaan Awustiraaliyaa baallee isaa gurguddaa diriirsee balali'aa jiru
Haadha Waaqoo (Pelican) Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis saddeettu jira. Sanyiiwwan kunniin cufti naannawa qilleensa owwaa, qarqara lagaa fi haroowwan cinatti argamu. Peelikaanonni Zoo Biyyaalessaa, Baanglaadeesh keessatti argaman Peelikaan Awustiraaliyaa bal’ina kiisha qoonqoo isaa agarsiisu (Lakes Entrance, Victoria). Peelikaan Awustiraaliyaa baallee isaa gurguddaa diriirsee balali'aa jiru