Impaayera Itoophiyaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Impayeera Itoophiya (Amaariffa: የኢትዮጵያ ንጉሠ ነገሥት መንግሥተ, Mängəstä Ityop'p'ya), Abisiiniyaas nijedhamti, impaayera Eertiraa ammaa fi walakkaa gara kaabaa Itoophiya of keessatti qabatudha. Impaayerri kun tilmaamaan 1137 (ka'umsa Zaaguwee) kaasee hanga 1975 mootin fonqolchan hangoorra ari'ametti ture.